Samuel Kalbessa
Samuel Kalbessa 's Channel
 
 
Samuel Kalbessa
Your channel viewers will see links here, including "subscribe" and "add as friend".
Profile
 
Name
Samuel Kalbessa
Description
Ashamaa arkaa funee ijoole oromo qaqaali bakkuma jirtaaniti nagaanko sibiraa nafaa gahuu oromooko youtobe koo subescrb naf godhaa yeroo gabaaba kessati fayyumaa rifeensa kenyaafi akkamiti rifeensa nurra bubbuqa'u bakkati debisuu dandenyu sinifan ojedha dabalatanis wa'ee ixii gadamesa sinifan hojedha hagaa videon waliti debinuti nagaan natura😍😍
Subscribers
1.67K
Subscriptions
Friends
Channel Comments
hinantube3799 (4 years ago)
Obsee too anaa dhuufuu qaalii nama homaa miti obsiye too yutuben kee ergaa jirate garuu akkamitti fidion hundii baduu danda'a yaa waqayyoo kuni nama dhiba dhisi abboo itti hin dhiphatini dhugaa uuuf
fereshawa2689 (4 years ago)
Obsiyeee Anadhufu Baga nagani dhufte bareduu tiyaa uuuuuuuuuuffffff dhugaa Baye tokoo namaa dhibaa gauu hundinu obsaa barbachisa obsii gauuu abdii hin kutini yomilee waan hundaa Arsaa yoo kafalani male hinta.u ti gamadi male hin gadini wanti hin tane hin jiruu hinta.ajedhuu obsi waqayoo SI gargara abshir
muna2437 (4 years ago)
Obsee koo sifi debi, aa mee namaa lachisii abdii kutatini abshirii samuu kelee hin jeqini jaraa waani akaan si qofaa miti ishaallah sifi debi, aa tarii waa waa keessaa senta ati mee hin mudamnii
HiyootiTube (4 years ago)
Nagani waqqayyoo mana kanafi yaa bayatuu Anaadhufuu obsiyee too uuff homa miti fayuma tahii obsaa siifi yaa kenuu uufff obltii koo matumtikee fayyaa yaa tahuu bayee nama gadisisaa egaa Abdul App gafatee Akkana jedhee osoo bekni wantaa tokko kessa yoo galtee malee Akkam baduu dandaa uuff Anafu gafidha tasagabayi hundumafuu
simbootube4141 (4 years ago)
Obsiyyee abshri nama dhiba dhugaa
SIMBOOTUBE (4 years ago)
Yaarabii wantti akkanasi nii jiraa?? Dhuugadha dadhabii gudadha.Abshir obsiyee homa mitti offi hin cinqini
muna2437 (4 years ago)
Uuufffiii
hawitube12 (4 years ago (edited))
Obsee koo ayizosh milkahuuf yoo jedhan qormasnii namaa mudachuu wanumaa jiru obsi sutaa jedhii debi'uu dandaa abdii kutinni adaraa
Yafelemi (4 years ago)
Obsee koo hin bohiin homtuu sitti hin dhagamu siif jira homaa jechu mitti xosii kee fudhatee haa demu ammasa tana kayyofi karorii kee kufee hin hafuu bakka yadee hin gecha hin haqati atti namaa obsaa qabu ta'i damma too
Sarontube (4 years ago)
Obsichoo hundumaa keessatti obsaa godhuu warqeen iyyuu abidaan qoramee warqummaan isaa beekama
buzeshewatube4198 (4 years ago)
Annadhufuu bsichoo koo ️maal jechuudhaa essaa dhaqee uuuuuuu malooo uuufff heduu ulfataa akka you tube itti jalqabani guttachuuf rakko meqaa walin dhipachat mana oromaa kessati yoo akkatti baduu imoo nama gubaa obsichuu koo ykn sif sirrachuu danda'aa qaali too obsii mee naggaa kee qofaa siif haa kennu waqqayyoo kan hafee imoo abdii osso hin kutti galmaa gessa fayya yoo qabatee qormani biyya lafaa heduudhaa osso hin yaddin nama mudataa homma mitt qaali too abshir ️
Lagadadhitube (4 years ago)
‍️‍️‍️‍️waqqayyoo obosaa siif yaa kanuu obosee azoshi wudee koo irraa debii ilala mee kodee koo
raamuutube1575 (4 years ago)
Obsicho ko uuufff wolahii hedduu nama gaadisisa obsii hadho ko huundumtuu gaarumadhafi dhugaa dubachufi hedduu tokko naati dhagahame hundaa caalaa hin yaadani atumaan qofti fayyaa ta'ii duralee simatuu itti dadhabee hiribaa kele ittii dhabde iddoo kana geessee ammasi atii fayyaa tanan Huunduma hojachuu dandesa namani maartinu waan faacase haamata taari bilibilaa kee yeroo sii jaala fudhan email kee fudhatani sii jaala baallesuu danda'uu homaa miti abshiri hadho ko ️
rahelltube1658 (4 years ago)
Uuuuuffff Abshirii damaa tiyaa homaa mitii sifi debi'uu danda'aa obsanaa egii
ayeetuushow (4 years ago)
Obsitii too waqaayoo bekaa dha ni siraataa abshir hin dhiphaatiin dhugaa qorumsi bayaatus dukaanaa dubaa iffatuu jiraa obsitii ini gudaan atii nagaa tahu dhaa abdii hin kutiin
tokumatubehm (4 years ago)
obsekoo abshiruuuuu uuufffff
ayiintube6026 (4 years ago)
Waayoo obsee koo maal Eessaa dhaqee dhugaa besumab
emuuBiranu-v5o (1 year ago)
Nagaan waaqayyoo mana kanaaf haa baay'atu jabaadhu abshir homaa miti lubbu wanta akkanaa namni sirratti hojjetu nama email kee beeku email kee yoo nama biraatte kennite akkanaa si jalaa gochuu danda'u abshiir jireenyi ittuma fufa waan ta'eef jabaadhu fuulduratti cime