AYIIN Tube
AYIIN Tube's Channel
 
 
Madamini narraa deemii jetee 😥
66
How to make shrimp paprika butter
45
22 September 2020 How to make pasta sauce
44
ye fiqer getem
43
 
Asoosamaa👂
Barnotaa
Farfannaa 🙏
Nyaataa
 
AYIIN Tube
Your channel viewers will see links here, including "subscribe" and "add as friend".
Profile
 
Name
AYIIN Tube
Description
Well come to Ayiin tube Channel Kana subscriber goochuun hin daagatiina waantoonii as irraatii darbaan nyaata addaa addaa Agarsiisuu
Waantotaa barsiisoo fi bashananasiso ta'an argaachuu dandeessuu kanaafuu subscribe gochuun maatii nuu ta'aa nuu jaabeessa galatomaa 🙏❤
Subscribers
6.69K
Subscriptions
Recent Activity  
AYIIN Tube Hi everyone, welcome to my new YouTube Community. Now you can post on my channel too. To get started, tell me in a post what you'd like to see next on my channel. Visit my Community: youtube.com/@ayiintube6026/community (6 months ago)
 
 
AYIIN Tube Jabeesa (8 months ago)
 
 
AYIIN Tube Ns (8 months ago)
 
 
AYIIN Tube Jabeessa (8 months ago)
 
 
Friends
Channel Comments
meskifiqir6046 (4 years ago)
Ana dhufu Ayin qalii dhugaa barumsi kee bayee namatti tolaa kessatu shamarani kenyaa jalali qabamani himachu sodatani
SamiKalbesa (4 years ago (edited))
Bagaa nagaan dhuftee ayiinkoo jabduu durba
mutareefeyisa1882 (3 years ago)
Like
Gadiseetube (4 years ago)
Bagaa nagaan dhuftee koodee mati siif ta'ee jira ayiin koo
kebeki3950 (4 years ago)
Ijoollee galgalumaa sinirraa hafu jedheen male guyyaa shoorba danfisaan oola jirraa jirttuu hundii keessanuu
yordiitube8272 (4 years ago)
An dhufuu Ayine koo yadadha baredaa dhugaaa jabadhuu
ADIISEE1 (4 years ago)
Nori baga nagan dhufutee Ayiin koo jabadhuu jabadhuu koo
bontuusalalee1144 (4 years ago)
Bagaa nagaa dhuftee Ayii koo qaalii nama barusaa bayee namti toludhaa jabaadhu qaalii nama
saboontutube881 (4 years ago)
Ayiii koo barumsa bareedadha
momestube (4 years ago)
Ayine koo jajjabadhuu bareduu koo
girmaatube (4 years ago)
Ayinekoo ana dhufuu ergaa jabduudhaa itti fufii
ArsiinaaTube (4 years ago)
mashaallah
asteertubemn63 (4 years ago)
Ayiiye Nagani mana kanfi atu'u jabadhu qaaliko kuno dhufee jiraa
Aasiyaa5 (4 years ago)
Anaa dhufuu qaalii tiyyaa ayiini.Dhugaa keetii kun wanumaa jiruu.garuu yeroo bayyee nuutii hikaa itti hin keninuu.Jabadhuu bareeduu koo yaada bareeda fi barumsaa bareedaa dabarsaa jirtaa akkanumatii itti fufii sanyii koo.gaaruu dr jalaala akka shamaara kanaatii dhirri maliif dr hin taanee kkkkk
ketemabeyecha (3 years ago)
Dhugaadhaa guddaa isaa ebbiifamii waaqayyoo sii haa ebbisuu
bezaortho (4 years ago)
Wow jechota bay'ee babaredodha itti fufu,,, Ayin koo.
kebeki1176 (4 years ago)
Kkkkkkkkkkkk thambinal kolfa mucuqii yaaduuma sana ibsa bar ayiin koo ana dhufu bareedduu koo qophiin kee yeroo hundaa heedduu miidhagaaf hawwataadha akkataa dubbii kees baayee of nama yaadachiisaa jaabadhu Abduu koo