Your channel viewers will see links here, including "subscribe" and "add as friend".
Profile
Name
SARON ENTERTAINMENT
Description
↪Bagaa nagaan dhuftan hundumtii keessan Ilmaan jaalalaa 🖤❤🤍✍
Channel
↪Qophiilee bashanansisaa.
↪Barnootaa ergaa qaban dabarsuu.
↪Gorsaafi dhamsaa dhaloota.
↪Diramaa fi taphaa gababaa.
↪Seenaa,jaalalaa Asoosamaa, waalaloo, waantoota hedduu ofii keessatti hammate isinif fida.
↪Odeefanoowan waltawaa dhiyesuuf qophidha
↪Barsiisa sagalee waaqayoo irrati hojechuuf
↪Gaffif deebiii macaafa qulquluu akkasumas namoota debbii qubsa keenuu danda,an nii dhiyesa
↪Haqaaf ijaa lafina malee dubachuf Ykn sagalee ta,uuf qophidha
↪Dhugaa himee Jireenyatti isaa debisuu ilmaa waaqa lallabuuf 😍
↪kayyoo sirri qabda tanan mo,achuun kee dirqama
↪Ajajaa ta,uf dursaa ajajamuun qaromudha
↪Filannon kee situ bekee murtesaa malee namni siif murtesuu hin danda,uu
↪Enyuumaa kee sirrin malee dhokatan yomiyuu sif bu,aa qabuu
↪Namni sutaa demuu lafaa yadee inuma ga,a guyya egee yeroof garuu waan dugda duba jiruu fakataa.
↪Gababattii karaan jireenyi dhugaan yesus duwadha samiif dachen ragadha.Wangeela yohanis 14:6
Channel
↪Qophiilee bashanansisaa.
↪Barnootaa ergaa qaban dabarsuu.
↪Gorsaafi dhamsaa dhaloota.
↪Diramaa fi taphaa gababaa.
↪Seenaa,jaalalaa Asoosamaa, waalaloo, waantoota hedduu ofii keessatti hammate isinif fida.
↪Odeefanoowan waltawaa dhiyesuuf qophidha
↪Barsiisa sagalee waaqayoo irrati hojechuuf
↪Gaffif deebiii macaafa qulquluu akkasumas namoota debbii qubsa keenuu danda,an nii dhiyesa
↪Haqaaf ijaa lafina malee dubachuf Ykn sagalee ta,uuf qophidha
↪Dhugaa himee Jireenyatti isaa debisuu ilmaa waaqa lallabuuf 😍
↪kayyoo sirri qabda tanan mo,achuun kee dirqama
↪Ajajaa ta,uf dursaa ajajamuun qaromudha
↪Filannon kee situ bekee murtesaa malee namni siif murtesuu hin danda,uu
↪Enyuumaa kee sirrin malee dhokatan yomiyuu sif bu,aa qabuu
↪Namni sutaa demuu lafaa yadee inuma ga,a guyya egee yeroof garuu waan dugda duba jiruu fakataa.
↪Gababattii karaan jireenyi dhugaan yesus duwadha samiif dachen ragadha.Wangeela yohanis 14:6
Subscribers
23.3K
Subscriptions
Recent Activity
|
SARON ENTERTAINMENT
🥰
|
||
|
SARON ENTERTAINMENT
Addoo
|
||
|
SARON ENTERTAINMENT
💔
|
||
|
SARON ENTERTAINMENT
🤔
|
||
Friends
Channel Comments
|
ayshaysh6078
(4 years ago)
Wly Hojiiin ra keenyaa ajiibaa ijoleedhaa yaanii isheegaalee kaantuu duutee rabbii isheefaa araramu dubaratiin miisiikiin jechii namaa undaa dhugaa isheetii fakaataa
|
|
hiikuua5tub222
(4 years ago)
Namiin akkamitti lubbu basaa yaa rabbii nuu qajelchii woyyoo eshiin cittee akkaa hundattuu gochaa sukaneessa kanaa maliif wolii hiin tanee gargar bayuu woyyuu ilmaa tokko obsa nama barbachisaa garuu gafaa obsii jirree waa bayyee balessuu dandeenna nutiis dubaartin ergaa jartii nama tanee namusaa qabachuu qabna innii namnii bultii nama diguuf demuu kan isaas nii digamaa rabbiin jazaa. Gatuu dhugaa isii rabbii haa basuu
|
|
fileenmedia
(4 years ago)
Waaqayyoo LUBBUU isheef Boqonnaa BARA BARAA haa kennu
|
|
ayiintube6026
(4 years ago)
Heeduu nama gaadiisisaa waa meeqaa dhabee Ariin Tarkafii fuudhachuun waan hin taneef nama saxiila waan jedhaan nama waalalchiisaa lubbuu ishii haa maruu isaaf moo waaqayyoo dhiifamaa haa godhuuf
|
|
zaenabjware4528
(4 years ago)
Yaa Tajjuu waa Sadii badee helwan boqatee rabii isii haa araramuu Sii garuu Adunyaa akkiraa Sii ballessan shexanii haa gamaduuu
|
|
caaloofirii
(4 years ago)
uuuuffff dhugaa bayyee namaa gaddisisaa wan meqaa baddaan maloo waqayyoo dhugaa isanii haa basuu wayyoo
|
|
ya.rabbii.yadaa.murada..ki5781
(4 years ago)
Rabbii.jazaa.hafaluuf
|
|
birishtube2156
(4 years ago)
Nagaan siif haa bayyaatuu sarooniyyee ...
|
|
fileenmedia
(4 years ago)
Atis jabaadhu haallii itti qindeessite namatti tola
|
|
bontuusalalee1144
(4 years ago)
Bagaa nagaa dhuftee saroo koo bayee nama gaadisaa maala akkaa gochaa jiraa ilmaa oromo gara waltii jabbaachaa jiraa namni keenyaa waliti nama arsuu hin bekuu yoo dhirsii Niti wal loollaa addaa baasuufii yaadaana malee waliti debisuufii hin yaaduu namni dhugaa ani sagalee ishii dhagefaadhe boyee hundhaa keenyaa irraa boru wanta gahuu hin beknuu garuu namichii mirgaa keetii jedheni suunii gaadayii ishiiti illee akkaa ishii isaa wajiin jiraatuu hin barbaduu maal qaba yoo waliti debisee wanta gaarii dubaatee Afaan isaatii dhugaa bayee nama gadisaa Rip jechuu nati ulftaa sabboontuu oromo siin dhanee jiraa ilmaa kee kophaatii gaate biya oromaa keessaatii Ayyiimucaa haadha malee ta ee akkaasumaa llee abbaa malee ta ee
|
|
asteertubemn63
(4 years ago)
Nagaa mana kanfi atuu kuno dhufe jiraa Asaroniko
|
|
ዋሎየዋነኝከዉቦች
(3 years ago)
Mana kena kolafa fii tabba male humti nu waan jiru mana Enanu wallo mana Abba biya ati fii Basra gursum kajeltu baddha arama
|
|
hasanhuseen5990
(4 years ago)
wani rabbin fidee olchaa hin qabduu rabbin ha araranufii
|
|
laliseetube-z6b
(4 years ago)
Uuufff bayee ulftaa rabbii namaa haa olichuu
|
|
halimahalima9169
(4 years ago)
uuuuuuuuuuuuuuuuuf
|
|
fileenmedia
(4 years ago)
Baay'ee nama gaddisiisa
|
|
arefat_Life
(3 years ago)
Bayy'ee nama gadissisa
|
|
boontuuyesus4508
(4 years ago)
Waaqayyoo lammii keenyatti haa Araraamuu
|
|
ganatitana7722
(4 years ago)
Waqaayyo baraa Hamaa kana jalaa nuu haa olchuu baay'ee nama gadiisisaa
|
|
chaalitube626
(4 years ago)
ufufufyaa rabbii koo baay'ee nama gadisisaa
|
Add comment
















































