Bontuu salalee
Bontuu salalee's Channel
 
 
Ruzii akkaata itti hojeenuu nyaantaa arbaa
66
Walaaloo haadha #Bontuusalalee#
52
Qursii haala salpha hojechuu
36
Robiyaa hojechuu #bontuusalalee
30
 
Ccc
 
Bontuu salalee
Your channel viewers will see links here, including "subscribe" and "add as friend".
Profile
 
Name
Bontuu salalee
Description
Hordooftaa koo bagaa gara channel Bontuu salalee dhufaatani wantootaa you tube koo jala argaatani
1=Nama gargaaruu
2=Pirankii
3=Diramaa Afaan oromo
4=Muziqaa
5=Nyaata hojechuu
6=Oduu oromia. Addunya

Xumure

Jalatamoota fi kabamtootani koo yero gara channel kootii dhufaatiin waarii maatii na ta aa Like sheer gochuu na gargaara waarii maatii koo hin ta ee moo maatii walii ta uu hin dagatina.
Galatoma

Subscribers
3.27K
Subscriptions
Recent Activity  
Bontuu salalee galata kee waqaayoo kana na geeche jireenyaa biya orma keessaa na baasee jireenya koo na jamaarsii ummaa koo galata kee🙏🙏🙏🙏 (1 year ago)
 
 
Bontuu salalee Yoo dandeesse Oromoota maraan gahi! Yoo dadhabde Oromoota 20f dabarsi. Yoo baay'ee dadhabde Oromoota 10f ergii dirqama Oromummaa kee bahi! ================================= Barri isaa Ebla 15/1980. Guyyaan kun guyyaa addaati. Guyyaa Oromoota ardii iraatti hafaniif ergaa guddaa dabarseedha. Ilmaan Oromoo tokko ta'anii bahaanii tokko ta'anii waliin wareegaman. Kaayyoo takkaan bool'a takkatti awwaalaman. Kaayyoo bahaniif dhiisaanii cinaatti hin gorre. Galma tokkoof bahanii, galma bahaniif dhiisanii wal hin ganne. Hangafoota qabsoo keenya! "Wollaahi! Billahi! Oromoo jennee baanee, Somaalee taanee hin gallu." Jecha Gooticha H/Abdullaahi Ganamooti. Ilmaan Oromoo qabsoo yeroo gaggeessaa turanitti meeshaa waraanaa barbaaduuf gara gammoojjii Somaaliyaa deeman. Imala isaanii keessatti waraana mootummaa Somaaliyaa Ziyaad Barreetiin marfaman. Waraanni mootummaa Ziyaad Barree namoota kana amantiin qoodee ajjeesuuf murteesse. Muslimoota dhiisee, namoota muslima hin taane ajjeesuuf karoorfate. Akkas jedhanii isaan gaafatan, "Muslimoonni kiristaanoota irraa adda bahaa, Muslimoota kan ta'an hin ajjeesnu" jedhaniin. Ilmaan Oromoo kunniinis " Oromoo jennee baanee, Somaalee taanee hin gallu" jedhanii addaan bahuu didan. Obboloonni muslimaas "obboloota keenya waliin baane irraa adda hin baanu waliin nu ajjeesaa" jedhanii didan. Kun Oromootaaf ergaa guddaadha. Gootonni yeroo sana wareegamaniis: 1. Magarsaa Barii Hogganaa ABO yeroo sanaa 2.Gadaa Gammadaa Itti aanaa Hogganaa 3.Muhee Abdoo 4.Abboomaa Mitikkuu 5.Yiggazuu Bantii 6.Falmataa(Caccabsaa) 7.Faafam Dooyyoo 8.Irra aanaa Qacalee 9.Marii Galaan 10.Dhaddachoo Boruu 11.Dhaddachoo Mul'ataa Eegaa yaa obboloota! Guyyaan Ebla 15 kun baroota darban keessa Oromoon ifatti kabajee hin beeku. Guyyichi guyyaa beekamaa fi kabajamaa ta'uyyuu sababa mootummaan wayyaanee ilmaan keenyaa hidhaa fi gidirsaa tureef ifatti kabajuun ulfaataa ture. Eegaa bara kana ifattii fi bifa adda ta'een kabajuu barbaachisa. Guyyaa ilmaan Oromoo diinni amantiin qoodee ajjeesuuf murteesse, isaan adda bahuu didanii bol'a tokkotti dhuman yaadachuu qabna. Guyyicha sagantaa addaa fi haala adda ta'een kabajaa. T-Shirt fi Poostarii adda addaa hojjisiisun kabajaa. Shaamaa yaadannoo ibsuun tokkummaa keessaniin kabajaa. Tokkummaa isaan nu barsiisaniin waliif oo'a. Oromummaa hiddaa dhiigaatiin wal qabate sanaan diina garaa raasaa!! Gootonni keenya Gammoojjii Somaaliyaa keessatti wareegaman waliirratti du'uu nu barsiisaan. Baraan isasn yaadannee Ebla 15 bifa hoo'aadhaan has kabajnu. Iddoo jirtanitti waliitti gurmaa'ati kabajaa!! ========================== Hin irraanfatiinaa! Asumaa wanta gara koo jiruu dubaachuu barbada isaa keessaa Abbaa koo isaa toko daimaa koo jamaaree Abbaa koo du efii jiraate isaa hin bekuu yero hundhaa wayee Abbaa ofii yero haasaani keessii koo boqonaa hin qabuu na boyaa garuu yoo boyee wantii na dhufuu hin jiruu seenaa goototaa oromo yero dubisee wanti hundhuutu nati dhagaama Ayyii caara koo jedhaa Ammaa yoomiti garaa koo obsa dhaba mee yaada qabdi comeeti jalaati na baresaa yoo yaada qabdi na baresita ani yaada keessani haala vidoo siin qabde dhufaa waarii hagaa amma na wajiin dhipaachaa jiraatani moo waqaayoo abba koo yokiin du a isaa yokiin jireenyaa isaa na yaa dhagechiisuu dhiphaana keesaa waqaayoo yaa mulisuu Hub:- si wajjiin kabajuun fedhii koo isa guddaadha (4 years ago)
 
 
Friends
Channel Comments
raamuutube1575 (4 years ago)
Rabbiin umrii siifi haa dhersuu rabbiin ijaa nagaha wolii isini argarsisu abshiri boni ko
misoomiso2337 (4 years ago)
Rabbin nagana walsina agarsisuu inshaahaal abshirii bontuu koo wayee yadaa Hadhaa ofii akmin ibasatuu dhifamaa
buloomedia7766 (4 years ago)
Rabbi ummri dhertu si haa jirachisu sani
tokumatubehm (4 years ago)
Dhugaaa keetii bontuukoooo
rabiraroba1320 (4 years ago)
Waqayoo umurii isanii siif haa dheresuu ija Nagahaa waala siin haa agarsisuu bontuu koo
urjiimedia168 (4 years ago)
Rabbii umrii dherra si yaa laltu hadha kee bontuu koo
HUNDAAF-MEDIA (4 years ago)
bonee koo ana dhufuu waalaloo harmee maloo hunduma keenyaa jireenyaa waali fakaata waaqayyoo humurii isaanifi haa keenu ija nagaani waal argaa atilee obsii obooleti koo hundu hin darba
MessretKuma (2 years ago)
raamuutube1575 (4 years ago)
Jabadhuu bayyee baredadha wolaloo kee booni️️
mahaditube1 (3 years ago)
Baga nagaan dhuftee anaa dhufuu nagaan siif habaayyatu biyya keenya nagaa nuuf hagodhu turtii gaarii ture jabaadhu
hawitube12 (4 years ago)
Umrii argessaa siif yaa jiratanii bontuu koo hatii kee
gaadisajaalalaa1117 (3 years ago)
Bagaa nagaa dhufte qalii nama bareduu koo ani dhufa yadaa baredaa fi kana nama mata ati qabate dhufte bayyee nama tola jabbadhu itti fufu
DemituuDessoo (1 year ago)
Ebifamii uramii dheraa sifii haa jiratuu matii nafii ta,ii asumanii mee maloo
GaniiFiche (3 years ago)
Nagan mana kanaf yaa ta,uu baga nagan dhuftee boontuu koo www baayyee namati tolaa waaqayyoo umurii sif yaa dheresuu Ebbiafmii
hanatu (2 years ago)
Walo ajaa ibaa homaa mitii guyaa tokoo ni agaraa giftii ko
SaraHy-sc1tq (2 years ago)
bareduu koo ️️️️️ jabadhuu
UmmuuKhalid-jm3kw (3 years ago (edited))
Ashamaaaaaaaa harkaa funee bareduu too bagaa nagayan dhuftee jabadhuu itii fufii halumaa kananii bayee senanii hadhaa bayee ulfataa
sin jaladhaa haadhaa toon yadadhee wolalo tetin
shawuuabera1505 (4 years ago)
wowww boontuu koo umriii siif haa dheeressuu damma koo