Your channel viewers will see links here, including "subscribe" and "add as friend".
Profile
Name
DAMEE youtube
Description
Baga Nagan Gara chenel Kotii DHuffittan Wan Naa Degartanif Galattoma Amasii Naa Jajabessa Kessan Natii Mulissaaπππ watotta nyataa waliin walii qabattan naaa gafachuu danidesu anis isiin debisudha qopidhaa obbolotta koo biyya abatii argamittan hundinuu jabadha
Subscribers
736
Subscriptions
Recent Activity
|
DAMEE youtube
Dutii bonii bayyee nama gadisisaa dhugaa rabii anii amanuu in danidenyee amanumafii walii jibinaa akka wan bakka nama bunee jiranuu du.a walii hawwin gafa du.an hunduu firaa kee fakkataa wayoo bonii malii garuu ππππ
|
||
|
DAMEE youtube
gamachuun nama kam sin gamachisuu like xuqa mee
|
||
|
DAMEE youtube
yee tigestii maliin kuu ojin kee like sebscreb tasisa matii jalala
|
||
|
DAMEE youtube
nagan sin haa bayyuu humataa qashitii sebeskerayb jochu in dagattin naa jajabessa
|
||
Friends
Channel Comments
|
HawwiiYadaasa
(1 year ago)
Nagaaani waaqayyoo mana kanaaf haa ta'uu Baga nagaaani dhuftee bareedduu Koo Ameeeeeeeeeni Ameeeeeeeeeni Ameeeeeeeeeni Ameeeeeeeeeni Ameeeeeeeeeni Ameeeeeeeeeni waaqayyoo gooftaa si haa ebbisuu ebbifaamii qaxaalee koo
|
|
KennaaGalaanaa
(1 year ago)
Nagaan waaqayyoo siif haa baay'atuu baga nagaan dhufte ameen ameen dachaa eebbifami waaqayyoo gooftan nu haa gargaaru ayyaana isaanii
|
|
Ortodoksiimediaafaanoromoo
(1 year ago)
Nagaan waaqayyoo mana keef ha ta'u hode bagaa nagaan dhufte bareeddu koo jabaadhu
|
|
gizuutube413
(1 year ago)
Uuufffffeeee ammeen Ammmmmeeeeennnn akka yeroo hundaa sii gammachisinu nu haa gargaruu gooftaan.farasa baay'ee jalladhuu
|
|
CaaltuuQaajeelaa
(1 year ago)
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebbifammii faarfannaa bayyee jaladhuu
|
|
gadiseeyoutube
(1 year ago)
nagan waqyyoo mana kan haa baatuu ameeeeeeen ameeeeeeeeeen ebbiffamii
|
|
abayineshtefera
(1 year ago)
Naga waaqayoo mana kanafi haa ta'u baga naga dhufatee jabadhuu bareduu koo Ameen Ameen Ebbiffami
|
|
KibbinashAbdisaa
(1 year ago)
Nagaan waqayyoo sif haa bayyatu baga nagan dhuftee Samèe Ammeeeeeeeen Ammeeeeeeeen Ammeeeeeeeen ebbifami
|
|
YEROMULATA
(1 year ago)
Nagaan dhumaa hin qabanee mana keef haa tahu gifti kooo Ammmeeeen Ammmeeeen Eebbifamii jabduu mucaa gooftaa ayyannaa isaa siif haa dabaluu
|
|
mestitube45
(1 year ago)
Naagan waqqayyo siif yaa baayatu obbolletti koo ebbiffami Ebbiffami waqqayyo sii yaa ebbisu
|
|
SeenaaTube-p1z
(1 year ago)
Akkam bulte dammee koo baga nagaan dhufte giiftii koo uuuuuufff faarfannaa kana dhugaa Eebbifamii ganamaan waan sammuu keenya itti boqatuu nuuf fidee dhufte
|
|
GaniGizaa
(1 year ago)
Nagaa waqayyoo si haa bayatuu akkamii oltee nagaa keetii jabadhuu bareduu
|
|
SifanGindo
(1 year ago)
Nagan mana kanafii ha jirtuu oboltaa koo ebifamii
|
|
AyyantuKenyaa
(1 year ago)
Jabadhu qaliko nagani mana kafii atuu oboletiko qali jabadhuu
|
|
emuutubee3
(1 year ago)
Nagaan sifi haa baaytuu bagaa nagaan dhufteee
|
|
melala3655
(1 year ago)
Haqa dubbii ti. Yeroo mara kan nama gammachiisu uumaa qofa
|
|
LemunaEthiopian
(1 year ago)
Ameen Ameen Ebbifami Ebbifami
|
|
HawaHawa1-c1u
(1 year ago)
Akkaam jirtaa nagaa keetti jabadhuu qalii
|
|
Kadijatube-r4q
(1 year ago)
Jabadhuu ittii fufii
|
|
OBSE-u8k
(1 year ago)
|
Add comment





























