YERO MUL'ATA
YERO MUL'ATA's Channel
 
 
 
YERO MUL'ATA
Your channel viewers will see links here, including "subscribe" and "add as friend".
Profile
 
Name
YERO MUL'ATA
Description
Nagaan Waaqayyoo hundaa keessanaf haa tahu yero mul'ata akkam jirtu? Bagaa Gara channel yero mul'ata jedhuuti Nagaan dhuftaan channel kun waan baay'ee isiin qabatee dhufaa jiraa kanaf like shere subscribers goochuun nu jajjabeessa ulfadhaa
Subscribers
8.41K
Subscriptions
Recent Activity  
YERO MUL'ATA ✅ (2 months ago)
 
 
YERO MUL'ATA sibiilli sibiila in qara, namnis nama biratti in qarama. Namni muka harbuu dhaabu ija isaa in nyaata, namni gooftaa isaa eegu ulfina in argata. (3 months ago)
 
 
YERO MUL'ATA ✅ (4 months ago)
 
 
YERO MUL'ATA Uuu (4 months ago)
 
 
Friends
Channel Comments
NejasTesh (1 year ago)
Maqa goftaani waaqqaayyoo haarka irraa haa qabuu dhuga waaqqaa
KebuGobena (1 year ago)
Dhugaa dubbatuudhaa ati wont amaa faruu fedhaa jirchuuf qabdaa jedhiin
MasheallaNew (1 year ago)
Gurbaa akka kiyati jedhii dubbadhu nuti akka jimmaati hin ajeefnnu hin gorfana malee.
shroentertian (1 year ago)
jabaadhuu yero tenyaa
kababusiyoutube (1 year ago)
Dhugaa Bayee ulfatamaloo malisani godhee ayii oromo mqa balesani ofifu wali tatanu jedhani. Waqayoni isa yfayisuu
Dina-y9x (1 year ago)
Waaqayyoo hedduu galee nagaa buusu
diribagosa2750 (1 year ago)
ijoolle wanti isin ittiin deemtan tuni jimmas ta,e ambos bakka hin bu'u kanaafu ofdanda'aa hasa'a
Meseretidessa (1 year ago)
Bagaa nagan dhuftee bareeduu koo waqayyoo isaa yaa tiksuu maloo
DammaGelgelu (1 year ago)
Anis mana madam kessati Abiyii naa ajeessara
Gureetube23 (1 year ago)
Nagaan sifi haa baaytuu ijoollee keenyaa
GANITUBE318 (1 year ago)
Lubb
FhdfFhff-c2k (1 year ago)
Waaqayyo Waaha malee kana hin goonee diinaa akka qabuu bar siisuufii akkanni of eeguufii du'aamoo hundii nii du'aa warri du'aa namaa eeguu ofii akka hin duunee
toofiqhassan-w4u (1 year ago)
darartonbinti1045 (1 year ago)
Warri Ganda waliti busu barbadan waqayyoo isinif ha dhisu maqa yesusin afurri jibba isinira ha ifatamu
EndaleTariku-q1c (1 year ago)
Caalaa king
AsAsMaseratiwarqinaa (1 year ago)
Caluuu koo kankee waqatuu dubataa omaa ta,uu
abayineshtefera (1 year ago)
Naga waaqayoo mana kanafi haa ta'u Baay'ee nama gadisissaa kan biyya Kenya kuni
TolashiiTubee (1 year ago)
Nagaan waaqayyoo mana kanaaf haa baayyatu
AbebeGirma-xr9sm (1 year ago)
Albaadhessa namichaa