Your channel viewers will see links here, including "subscribe" and "add as friend".
Profile
Name
BBC News Afaan Oromoo
Description
Yooyyaa! Baga nagaan gara chaanaalii YouTube BBC Afaan Oromootti dhuftan.
Kun imala addaa nuti isin waliin eegalledha. Chaanaalii kanaan waan Itoophiyaa, Afrikaafi addunyaa keessatti ta’an ijoo; jireenya keessan keessatti dhiibbaa qaban, jireenya keessan fooyyessan, akkasumas beekumsa keessan guddisuu danda'an; bifa viidiyoon, af-gaaffii, dokumantarii gaggabaaboo ta'an; haaluma ulaagaa BBC'tti amanamummaa, iftoominaafi loogii malee isiniif dhiyeessina. Maaloo koottaa seenaa jireenya keessan nuuf qoodaa. Yaada keessaniis nuuf barreessaa. Akkasumas karaa marsariitii BBC News Afaan Oromoo, Facebook fi WhatsApp keenyaatiin geessituu armaan gadii cuqaasuun ammoo caalaatti nu argachuu dandeessu.
Kun imala addaa nuti isin waliin eegalledha. Chaanaalii kanaan waan Itoophiyaa, Afrikaafi addunyaa keessatti ta’an ijoo; jireenya keessan keessatti dhiibbaa qaban, jireenya keessan fooyyessan, akkasumas beekumsa keessan guddisuu danda'an; bifa viidiyoon, af-gaaffii, dokumantarii gaggabaaboo ta'an; haaluma ulaagaa BBC'tti amanamummaa, iftoominaafi loogii malee isiniif dhiyeessina. Maaloo koottaa seenaa jireenya keessan nuuf qoodaa. Yaada keessaniis nuuf barreessaa. Akkasumas karaa marsariitii BBC News Afaan Oromoo, Facebook fi WhatsApp keenyaatiin geessituu armaan gadii cuqaasuun ammoo caalaatti nu argachuu dandeessu.
Subscribers
228K
Subscriptions
Recent Activity
|
BBC News Afaan Oromoo
Doonald Tiraamp, Puutiin fi Shi Jinping yeroo tokkotti wal arganii hin beekan.
Kun jijjiramuuf deema. Hooggantoonni kunneen yeroo jalqabaatiif walgahuuf deeman.
Kun Awurooppaa keessatti yaaddoo uumeera. Maaliif?
|
||
|
BBC News Afaan Oromoo
Nama akka kee hin yaadne, amantii kee ykn aadaa kee hin hordofne waliin nagaan jiraachuu ni dandeessaa?
Sadaasa 16 guyyaa Obsaafi Wal-danda’uu Idil-addunyaati. Guyyaan kun bara 1996 irraa eegalee waggaa waggaan kan kabajamu yoo ta’u, miidhaa jibbiinsi, loogii fi garaagarummaa fudhachuu dhabuun hawaasa irratti geessisu hubachiisuuf, akkasumas nagaa fi waliigaltee jajjabeessuuf kan ooludha.
Hawaasa keessatti obsaan jiraachuun hangam barbaachisaa jettee yaadu?
|
||
|
BBC News Afaan Oromoo
☀️ Ashamaa!
"Ollaarraa ibidda malee durba hin fuudhan,’’ jedha mammaaksi keenya har'aa.
Isin maal jettu? #ethiopia #oromo #mammaaksa
|
||
|
BBC News Afaan Oromoo
🎵 Daawwiteefi Gammachuun waggaa dheeraa booda wal argan. 🥰
Barreessan wallee 'Soolanee' Gammachuu Barii, Daawwitee waliin ''akkuma durii wal hammannee walitti boonyee wal dubbifne. Nan gammadde,'' jedhee BBC'tti dubbate.
Rakkoo fayyaa isa quunnamen birmannaa gaafataa jira. Seenaan 'Soolanee' seenaa dhugaa Gammachuu quunnamedha.
Walaloo Gammachuutti walaloofi yeedalloo itti dabaluun sirbuu kana dura BBC'tti himeera.
Guyyaa har'aa Daawwiteefi Habtaamuu Lamuun mana isaatti goranii dubbisaniiru.
''Waanuma of harkaa qabu itti kenne yeroodhaafi,'' jedhe Daawwiteen.
#ethiopia #oromo #dawite #solane
|
||
Channel Comments
|
TadalechMakinen
(5 months ago)
Yaa waqqayyoo dhugaa nu godhii mee
|
|
OromummaaTV
(7 months ago)
Dhugaan jirtu Tanuma
|
|
Anawaarshiillii
(7 months ago)
Hi jabadhuu
|
|
AbdalaMohammed-q8y8s
(6 months ago)
Maashaa.allaahaa
|
|
OromummaaTV
(7 months ago)
Dhugaan jirtu Tanuma Akkanumaan huura keessa yaati
|
|
MuletaKeneni
(6 months ago)
Akkasitti yaduun angaafummaadhanuf jiraadhu jabaa keenyaa
|
|
BurtukanBoja-s7p
(3 months ago)
🏼🏼🏼 waqaayyoon nuu yaa gargaru
|
|
HiwotDebela-t1n
(2 months ago)
Dhugadha,, jiradhu,moo,
|
|
dararatollera586
(7 months ago)
Welcome 🏾
|
|
MohammedArarso
(1 month ago)
yaa rabbi dhugaa nuuf taasisi! yaa allaah nuuf tumsi! yaa rabbi gahe nuun jedhi!
|
|
YahyaaKadiirMaammade
(7 months ago)
Dhugadhaa
|
|
AbayaAbera-k25w6g
(6 months ago)
Dhugadhaa
|
|
GenenaTonu
(7 months ago)
|
|
NaolBayu-u6i
(6 months ago)
️️
|
|
jarakadir
(7 months ago)
Dhugaa jete dhiiraa kenna
|
|
AwaalAliyyii
(5 months ago)
Dhugaa kessani jabaadha
|
|
MohammedaminAbdella-h2h
(6 months ago)
Yaa Allaah ummata oromoo wal taasisi
|
|
amanuelgebisa
(7 months ago)
Yaarabbi dhuga godhii
|
|
HafizBiya-h8e8r
(1 month ago)
Dhugaadha dhugaadha
|
Add comment




















































